Ergaa Yihudaa Pdf, Wangeela YohaannisVOL04 Oromo-1 - Free dow
Ergaa Yihudaa Pdf, Wangeela YohaannisVOL04 Oromo-1 - Free download as PDF File (. Oromofa 80 in the flip PDF version. Ergamichi Phaawuloos ergaa isaa gara warra Efesonitti barreesse 4:11-13 keessatti kennaa tajaajilaa erga ibsee boodaa, waldaan Kiristiyaana tajaajila kana irraa eebba isheen argatu akka Ergaa yihudaa irratti ammo “ dursaa ergamtootaa qulqulluu Mikaa’el” akka ta’e kan caqase ( Yihu. 19Namoonni kunneen warra gar-gar bayiisa uuman, warra hawwii foonii hordofanii fi warra hafuura qulqulluu hin qabnee dha Ergaa Yihudaa Chapter 1 Garbichi Yesuus Kiristoosii obboleessi Yaaqoobii Yihuudaan, worra Rabbii Aabba'aan jaalatamanii Yesuus Kiristoosiif waamamanii eegaman maraaf, - WAADAA LAMMATAA ERGAA PHAAWULOOS GARA WARRA EFESOONIITTI ERGE 1 Phaawuloos Waaqayyootiin isa fedhii ergamaa Kiristoos Yesuus ta'e irraa; Gara qulqulloota Kiristoos Yesuusitti amanana kanneen Ef-esoon keessa jiraataniitti; 2Abbaa keenya Waaqayyoo fi Yesuus Kiristoos Gooftaa irraa ayyaanniifi nageenni isiniif haa ta'uu. 2025-05-02 PDF generated using Haiola and XeLaTeX on 22 Dec 2025 from source files dated 2 May 2025 9a7d95fd-7bcd-5e4d-ad23-4d7148b8e269 Ergaa yihudaa irratti ammo “ dursaa ergamtootaa qulqulluu Mikaa’el” akka ta’e kan caqase ( Yihu. Amma yommuun yaada gurmuu faarfattootaa sanatti dabalamuun laphee koo keessatti barreeffamoota gaggaarii akka maxxanse, Caaffatoota Qulqullaa’oo afaan Ibrootaa isan jalqabatti qo’adhe irraa duwwaa utuu hin taane, Kakuu Haaraa keessaas jechuu dha argeera, barreeffamoonni sunis warra jaalalaa fi humna Leencicha gosa Yihudaa isa ta’e Yesuus QO`ANNAA MACAAFA QULQULLUU1 r - Free download as Word Doc (. Ibsa gabaabaa waa'ee Ergamaa Islaamaa Muhammad Rabbiin nagayaa fi Rahmata isa irratti haa buusu irraa, maqaa isaa, gosa isaa, Biyya isaa, Fuudha isaa (Dubartoota Isaa) ergaa Isaa, waan inni itti yaamee, mallattoolee nabiyyummaa isaa, seera isaatii fi Ijjannoo mormitoota isaa isii keesatti ibsa. lakk. ERGAA PHAAWULOOS GARA WARRA QORONTOOSIITTI ERGE - 1ffaa 1 Phaawuloos isa akka Erga- maa Kiristoos Yesuusi ta'uuf fedhii Waaqayyootiin waama- Yesuus Kiristoosiitti warra mu- daa b hin qabne taataniif inni hanga dhumaatti jabeessee isin mee fi obboleessa keenya Soos- eega. If you suspect this is your content, claim it here. Karaa gara garaa tokkoo Scribd is the source for 300M+ user uploaded documents and specialty resources. 3:15 . Wanti ta’e haala dinqisiisaa ta’ee hin beeknee fi ija namaatti akka fakkateetti ibsame, akka inni dhugumaan ture utuu hin ta’in. Akkasumas Yihuudonni kiristaana ta‟an, Yesuus Waaqa guutuu akka hin taanee fi Abbaa wajjin wal qixa miti jedhanii yaadaa turan. Ofiin kan of bobbaaftan oftuulumman kan guutamtan Waaqayyoo ardiif samii diriirse kan tuffattan maarree isinoo eenyu! Ijoollee bofa isa duraa kan taatan kan waaqayyoo irratti qoostan, maarree Iddoo yihudaa yeroo buusan muka kan buusaniif yeroo sanatti Hafuura Qulqulluun waan hin bu’iniif ture. — 1Xim. Waaqayyo fayyisaa keenya isa tokkichaaf karaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos ulfinni, guddinni, aangoon, gooftummaanis lakkaa'amuu baraa fuula duraa jalqabee, ammas, bara baraanis haa ta'u. Raajii Isayaas 6:8 A. Ergaa Yohaannis isa Sadaffaa u. Eenyuunan ergaa- lakkoofsa baaqqee (qeenxee) Eenyutus ergaa nuuf dhaqaa- (lakkoofsa baay’ee) B. Asoosamni egaa caaculee adda addaa of keessaa qabaachuu danda'a. 18Isaanis, "ga'istoonnir hawwii fedhii Waaqaatiin ala ta'e hordo-fan tokko tokko bara dhumaa keessa nidhufu " isiniin jedhan. Farfannaa 45:6 (Galaatiyaa 1 fi Yihudaa!) GEGGEESSAAN MUUXANNOO TAJAAJILAA IRRAA BARATA! Geggeessitootni leenjifaman warra taajilaa jiran ta’uu qabu. See Revelation 22:18-19. Barreeffamni ergaa barbaada me dabar uudhaaf qindoominaafi adeemsa mataa isaa qaba. 4Akkasittis jaartoliin kunneen akka dubartoonnip um-rii dargaggummaa keessa jiran dhiirsota isaaniitii fi ijoollee isaanii jaalatan barsiisuu ni dan-da'u. . . Ergaa Yihudaa 2. 72 Himoon “And” dhaan jalqaban gara Ingiliffaa fooya’aatti jijjiramaniiru, akkaataa afaan isa ammayyaa’ee fi isa duraa gidduu garaa garummaa jiru ilaalcha keessa galchuudhaan. Namoonni qalbii jijjiirrannaa akkana taasisa, waa’ee cubbuu isaaniif osoo hin taane waa’ee adaba sababii cubbuu isaaniitiif isaanitti dhufuuf wawwaatu. 7Karaa kaaniin immoo isaan akkuma Pheexiroos warra gadoomanitti wangeela lallabuuf imaanaan itti kenname sana, anis akka warra Seensa Ergaan Phawuloosii ta gara worra Rooma'aa barreeffante, Phawuloos wolde'a kiristaanaa ka Roomaa jiru dhaqee ilaaliisaaf yaada waan qabuuf, qophowanee akka isa eeganuuf barreeffante. Marroo dhugeeffannaa kiristaanaa waan isaa galeeruu fi qa a ga yaadaa barreessa tiin barreeffamu ta'ee, miira nama hawwatuu fi miidhagina kan qabuudha. Tarii yeroon yeroo jalqabaaf Macaafa Qulqulluu qo’achuu itti eegaltanu yoo ta’e garuu , mata duree Macaafa Qulqulluu keessa adeemuu jedhuun eegaluu isin barbaachisa. God speaks. Listen to God’s Word wherever you are! Now playing: ERGAA YIHUDAA 1 ERGAA YIHUDAA 1:20 - Isin garuu michoota ko, amantii keessan isa hundumaa caalaa qulqulluu irratti dhaabamaatii cimaa! Hafuura qulqulluudhaan geggeeffamaatii kadhadhaa*! A. Barreessaan kitaaboota kanneennii, Yaaqoob,Obbolleessa Yesuus fi gaggeessa waldaa Yeruusaalem kan tureedha. Hiika Ergaa Guddichaa Ergaa guddicha jechuun ergaa ykn qajeelfama hojii kakuu haaraa Yesuus bartoota ykn duuka- buutota isaaf kenne jechuu dha. Yoo xiqqaate baatii lamaaf gara geggeessummaatti dhufuun, maree geggeessitootaa gidduutti argamuun warra muuxatan. Afaan Griikii fi afaan Ibrootaa akka Ingiliffaa sirna tuqaalee hin qabu. r. Available Formats Download as PDF, TXT or read online on Scribd Download SaveSave Vol03b_oromo Hojii Ergamoota For Later Share 100%100% found this document useful, undefined 0%, undefined Print Embed Report 100%(1)100% found this document useful (1 vote) 6K ERGAA PHAAWULOOS GARA XIMOOTEWOOSIITTI ERGE - 2ffaa 1 Phaawuloos isa abdii jireenna karaa akkuma Kiris-toosiitiin kenname sanaatti fedhii Waaqayyootiin ergamaa Kiris-toos Yesuus ta'e irraa; 2Gara Ximootewoos, ilma kiyya jalatamaatti; Waaqayyo Abbaa fi Gooftaa keenna Kiristoos Yesuus irraa ayyaanni, araarri fi nageenni siif haa ta'u. 9Innis akka nu icciitiic fedhii isaa kan Gara qulqulloota Kiristoos akka yaada isaa isa gaarii inni Yesuusitti amanana kanneen Ef- karaa Kiristoosiitiin hojjachuu View Tooftaa Lallabaa. doc / . Macaafa qulqulluu keenya keessaatti kakuu moofaas ta’ee kakuu haaraa keessaati akka 1 ATI MACAAFA QULQULLUU HUBACHUU NIDANDEESSAA! Raajota Xixiqqaa Jaarraa Saddeettaffaa: Amos, Hose’aa, Yoonaas fi Miikiyaas (Hiika Macaafa Qulqulluu) QAJEELEFAMA ERGAA PHAAWULOOS GARA WARRA QOLOOSAAYISIITTI ERGE 1 Phaawuloos isa fedhii Waaqay-yootiin ergamaa Kiristoos Yesuus ta'ee fi obboleessa kee-nya Ximootewoos irraa; 2Gara qulqullootaa fi obbo-leeyyan Kiristoositti amananiia Qoloosaayis keessa jiraataniitti; Abbaa keenya Waaqa biraa ayyaannii fi nageenni isinii haa ta'uu. achumatti du’es. docx), PDF File (. 12:7) jechuu isaatiin qulqulluu Mikaa’el angafummaa ( hoogganummaa)dhaan ergamtoonni qulqulloonni inni irratti muudame jiraachuu nuuf ibsa. 320 SEENSA ERGAA YOHAANNIS ISA DURAA …………………………………………………………. Qalbii jijjiirrannaan akkanaa gosa qalbii jijjiirrannaa Esawuu fi Yihudaa wajjin amala wal fakkaataa qaba. Pheexiroos erga Hafuura Qulqulluudhaan guutame booda lallaba guyyaa tokkootiin namoota 3000 gara gooftaatti deebise. Barsiisota Dharaameyyii Jabaatanii Dhaabachuu 17Yaa jaallan kiyya, isin garuu waan ergamtoonni Gooftaa kee-nya Yesuus Kiristoosi duraan dursanii himan sana yaadadhaa. Gad buuna jedha malee kottaa gad in buuna hin jedhu ture. Mul‟ata Yohaannis 2. 15 Gidduu sana Isa 41:27 irratti jecha “warra ergaa nagaa baatu” jedhuun ibsameera. Duraan gaara rakkoo tokko malee ba’aa Kaardii yaadannoo kan guddinni isaa 3 x 6 yookaan 4 x 6 Waantoota Lakkoofsa lama jalatti tarreeffaman qopheeffannaan haal milkaa’usa qabuun qo’anoo kutaa kanaa keessa adeemtu. 40 | Qo`annaa macaafa qulqulluu KIRISTOOS SI JAALLATA! 1. Sodaa guddina dargaggootaa 2. ERGAA YAAQOOBI 1 Yaaqoob hojjataa Waaqay-yootii fi tajaajilaa Yesuus Kiristoos Gooftichaa irraa; Gara gosoota kudhanii lamaan kanneen biyya adda addaatti bibittinnaa'aniitti; nageenni isiniif haa ta'u. Isaanis Phexros, Yohannis, Yaaqoob, Indriiyaas, Filiphos, Toomaas, Bartolomewos, Maatewos, Yaaqoob ilma Alfewos, Simoon isa ?Hinaafticha? jedhamee beekamee fi Yihudaa ilma Yaaqoob turan*. 2Ani yeroo isin bira turetti Yesuus Kiristoos isa fan-nifame sana malee akka bee-kumsa tokkollee hin qabaatin murteessee tureetii. Fedha Guddifachuu Macaafa qulquluu utuu addaan hin kutin yeroo hundumaa dubbisiuun ofii keenya dubbisa macaafa qaulaulluuf leenjisuu qabna. 5. Isin garuu michoota ko, amantii keessan isa hundumaa caalaa qulqulluu irratti dhaabamaatii cimaa! Hafuura qulqulluudhaan geggeeffamaatii kadhadhaa*! We take content rights seriously. 2 Araarri, nagaan, jaalallis isiniif haa baay'atu*! Ana Yihudaa garbicha Yesuus Kiristoosii, ob-boleessa Yaaqoobii biraa: Isin worra waamantanee, Waaqa Abba'aan jaalatantanee, Yesuus Kiristoosiin tifantaneef: Marartiin, nageennii fi jaalalli isiniif fakkanu. 1:3 Phawuloosis ergaa waldaa kanaaf ergeefii dabalataan akka isheen ergicha kanarraa barattu godheera. We take content rights seriously. Rom 10:15 irratti jecha warra ergaa nagaa fidan jedhuun ibsameera fi kkf akka armaan oliitti macaafa qulqulluutti iddoo iddootti ibsamee arganna. Yesus biyya lafaa dhiisee deemuuf jedha, garuu karaan ija namaatti mul Mata Duree Addaa Baafata Keriiyigimaa Barsiisa Waa’ee Mana Amantaa Durii, Seensa HoE fi 2:145 Dogoggora Namummaa Yesus Irratti-Yaada Beektota Macaafaa Jaarraa lammaffaa fi sadaffaa keessa Waldaan barumsa dogoggoraa Waaqummaa Kiristoos irratti wal‟aansoo hamaa keessa turte. Yohaannis barreessan macaafa mul’ata yohaannis waggaa dheeraf achi jiraatera. Isaanis gamnaa fi beekaa Kakuu Moofaa fi Kakuu Haaraa waan ta'aaniif ykn waan turaniif caqasa caqasaa isa barsiisuu ykn hubachiisuu jalqaban. Macaafa Raajii a. Scribd is the source for 300M+ user uploaded documents and specialty resources. Dargaggoota Shakku Rifeensisaa dheeraa dha sababa malee miti. Yaad Phawuloosii wolde'a kiristaanaa ka Roomaa keessa jiru woliin yennaa diqqoo hujeen duuba, qarqaarsa isaaniitiin, gara Ispeenii dhaqiisa. Isaanis kanneen akka jaar-gocha, Wal dhabbii, yoomessa, nam-fakkii, malleen dubbii, ergaa fi kkf isaan ijo Note that in addition to the rules above, revising and adapting God's Word involves a great responsibility to be true to God's Word. Ergaa Kana akka barreessuuf Kan isa kakaase akkuma rakkoo Waldoolee Kiristaanaa keessatti argamnaan barreesse yoo ta'uudhaa baate iyyuu ergamichi waa'ee jabinaa fi Warri cubbamoonni immoo muddama isaanii arganii isatti bohaaru. 5Akka dubbiini Mirkaneessa Yuunivarsiitii Jimmaa Sagantaa Qorannoo Digirii Duraatiin Booddee Waraqaa qorannoo ulaagaa digirii lammaffaa (MA) Afaan Oromoofi Ogbarruutiin guuttachuuf Faaxumaa Hasan Mahaammadiitiin Mata-duree “Qaaccessa Ergaa Weedduu Fuudhaafi Heerumaa Godina Iluu Abbaa Boor” Jedhu Irratti qophaa’e. Ergaa tokkoffaa irratti warra ibsamtaniif, gurra keessan as qabaatii dhagahaa! Yaa warra gudii baranaa Isinoo eennyu! Siniin jedha Gooftaa Waaaqayyoo. Harka diinaatti du`a - naabutee 1. 2Sababiin isaas erga dub-biin maleekkotaan dubbatame sun sirriii ta'ee, seera cabsuufi aja-jamuu diduuni cuftis erga adaba sirrii argatanii, 3Yoos nu yoo fayyinna guddaa akkanaa tuf-fanne akkamitti adaba kana jalaa baana ree? Fayyinni jalqabatti Gooftaan labsame kun ERGAA PHAAWULOOS GARA WARRA EFESOONIITTI ERGE 1 Phaawuloos Waaqayyootiin isa fedhii ergamaa Kiristoos Yesuus ta'e irraa; Gara qulqulloota Kiristoos Yesuusitti amanana kanneen Ef-esoon keessa jiraataniitti; 2Abbaa keenya Waaqayyoo fi Yesuus Kiristoos Gooftaa irraa ayyaanniifi nageenni isiniif haa ta'uu. Kutaalee Macaafaa (caqasa) kanneen biroon haala ifaa ta’een waaqa yookiin Gooftaa kan jedhaman qaamonni garaa garaa jiraachuu isaanii ni ibsu. 14 Isaan kun hundinuu dubartoota tokkoo wajjin, Maariyaam haadha Yesus, obboloota isaa wajjinis yaada tokkoon kadhataaf of kennanii turan*. 1. Ergaa Yohaannis isa Lammataa t. Karaa biraan immoo ajaja hojii sagalee misiraachoo (wangeela fayyinaa) dhaloota biraan gahuu, Kiristoosiin dhalootatti agarsiisuu, duuka buutota kiristoos baay‟isuuf kennameedha. This document appears to be a book in the Oromo language about Christianity. Oromofa 80 was published by Child Evangelism Fellowship (CEF) Digital Library on 2021-04-13. 5 Baraa fi Barreessaa Kitaabota Macaafa Qulqulluu Ragaalee adda addaa irratti hundaa‟uudhaan kitaabota Macaafa Qulqulluutiif barreessaan isaaniitiif barri isaan itti barraa‟an ibsamuuf Haramaya University provides academic and research resources, including scholarly articles and theses, to support education and knowledge dissemination. Goolaba Ergaa Yihudaa Maqaa Barataa: - Faqqadee Badhaasaa Maqaa Barsiisaa: - Addunyaa Bayyaanaa (B/Sa) Gurraandhala, 2017 Naqamtee, Etophiyaa fGoolaba Ergaa Yihudaan Chaartiidhaan Yommuu Ibsamu Seensa Macaafa Qulqulluu keenya sirriitti beekuufi itti amanuuf qo’annaa sirrii ta’e gadi fageenyaan gochuun hojii hojjechuu qabnu keessa isa ERGAA YIHUDAA 1 Nagaa 1 Ani Yihudaan garbichi Yesus Kristos obboleessi Yaaqoob, isin warra waamamtanii, Waaqayyo abbaadhaan jaallatamtanii, Yesus Kristosiin eegamtaniif kana caafuu koo ti*. txt) or read online for free. Guyyaa tokko garuu sodaana isaan in weerara. 9Waaqni gara tokkummaa tenees irraa; ilma isaa Gooftaa keenna Yesuus 2 ok - Download as a PDF or view online for free Document Macaafa Qulqulluu. 4Ergaan kiyyaa fi lallabni kiyya muldhisuu hafuuraatiij fi hum Fayyinaa fi fayyadama irra kan oole gochama Giriiki kan yeroowwanii , I Qor. Akeekkachiisa 2 Kanaaf nu akka waan dhageenne irraa hin banneef waan dhageenne sana irratti xiyyeeffannoo guddaa gochuu qabna. Namoonni kana booda gara hojii wangeelaatti dhufan garuu Hafuura Qulqulluudhaan filataman. Ayihuudiin kunis akkamitti akkas jedhee barsiisa jedhee mormii irratti dhiyeesse. Kanaaf caraa baay’eedhaan sirni tuqaalee Ingiliffaa isa ammayyaa “And” isa jedhu bakka bu’uudhaan tajaajila. Yihudaa ykn Ayihuudii tokko isaan dhaga'e. 4. pdf), Text File (. pdf from AA 1Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan) Tooftaa Lallabaa (Homiletics) gabaabaaf siin gargarii bawuuni isaa akka ati deebiftee isa simat-tee hanga dhumaatti uf bira tursi-tuuf ta'a. Ergamaan Phaawuloos ergaa isaa warra Qolaasaayisiif barreesse keessatti “wanti waaqa keessa jiruu fi wanti lafa irra jiru hundinuu, wanti ijaan argamuu fi wanti ijaan hin argamne, warri teessota irra taa‟anii fi warri mootummaa qaban, warri bantiiwwan waaqaa keessaa gooftummaa fi aboo qabu jedhamanii sodaataman isaan uumaman; wanti hundinuu B. Yaa obboleeyyani, ani yeroo gara keessan dhufetti, afaan miyeeffachuun yookiin qaroomaan icciitiii Waaqaa lallabaa hin dhufne. Kunis amantotni namoota kana amala isaanii hodofuun yaada akka itti kennaniif gargaara. Haaluma kanaan ergaaleen barreeffaman Afaan Oromoo keessattis qindoominaafi yaada dabarsuu barbaade ifa godhee dabarsuu qaba. Kana irraa ka‟uun namoonni kiristaana hin taane, Yesus dhalachuu isaa dura bara Let the Bible App read to you. 320 ADDA TA’UU KITAABICHAA …………………………………………………………………………. ( Mul. Kana malees Apholosis achitti barsiisera (HOE 18:24-26). 3Akkasuma immoo jaartoliin akka jireenna isaaniitiin qulqul-loota ta'an, akka waan gaariis barsiisan malee akka maqaa na-maa hin balleessine yookaan akka dhugaatii daadhii wayinii baayeetiin hin fudhatamne isaan barsiisi. pdf, Subject Arts & Humanities, from Jimma University, Jimma, Length: 48 pages, Preview: Kiristoos jireenya keenya, Waldaan immoo jiraachuu keenya! ክርስቶስ ሕይወታችን ነው፣ ቤተክርቲያን ደግሞ ኑሮአችን ናት! Christ is our Ergaa yihudaa irratti ammo “ dursaa ergamtootaa qulqulluu Mikaa’el” akka ta’e kan caqase ( Yihu. Ameen*. Check Pages 1-50 of God speaks. Namootin baayyeen ulfaatina isaanii hir’isuu in barbaadu ,cimsani utuu dubbatanii in dhaga’amu,haata’u garuu ulfaatina qama isaanii xiqqeessuuf homaa hin raawwatan. Ergaa Yihudaa Seensa Seensa Ergaan Yihuda'aa ka barreeffame, amanttoota uduu hin ta'in amanttoota fakkaatanii, barsiisa dharaa namoota ftamisaasan irraa krirstaanota ufi eeggachiisu'uuf. 16Atis ammaan achi akka garbaatti otoo hin ta'in akka obboleessa jaalatamaa garba caalu tokkootti isa simadhu; inni keessumattuu erga anaaf akkas jaalatamaa ta'ee siif immoo fooniinis karaa Gooftaatiinis hagam caalaa jaalatamaa haa ta'uu ree! 6Waayee warra gugurdaa fak-kaatan sanaa yoo isaan waan fedhan ta'aniyyuu anaaf waa tokkollee miti; Waaqayyo fuula namaa ilaalee nama wal hincaal-chisu; namoonni kunniin ergaa kiyya irratti waan tokko hin idaane. Dargaggoota tuffachuu 3. ERGAA PHAAWULOOS GARA WARRA EFESOONIITTI ERGE 1 Phaawuloos isa fedhii Waaqayyootiin ergamaa Kiristoos Yesuus ta'e irraa; isaas qaroomaa fi hubannaa mara waliin nuu baay'ise. Phaaximoo erga ba’ees waldaa kana keessa ture. Kitaabooleen turban ergaa Phaawuloositti aananii dhufan kunneen, waldaan gareef kan barreeffamanidha, akka ergaa kanan duraa Waldaa dhunfaaf kan barreeffaman miti. Haala kanaan, "Dubbiin Waaqayyoo" guutummaa ergaa Waaqayyo kan inni namoota filatetti humnaa fi aboon dubbatee jennaan isaan immoo haala dhugaa ta'ee fi dogoggora hin qabneen Macaafa Qulqulluu isa Macaafota jaatamii ja'a qabu keessatti barreessanii dha. 9) yoo ta’u, mul’ata Yohaannis irrattis“ Mikaa’elii fi ergamoonni isaa …. Ergaa Yohaannis isa Duraa s. Dargaggeessi fedhii dhabuu akka hin dandeenye yaaduu Akkamittan ishee gargaaruu dandaʼa? Nama maatii hin qabnetti himuudha. Qo’anoon kun meeshaa qophaa’aa kan ittiin darbee barreessuufi kan barreeffame dubbisanii hubachuun qaama itti fayyadama afaaniiti. Yesus gaara Ejersaa irra bartoota wajjin ture, utuu Inni isaan eebbisaa jiruu, (24:51), sana booda gara waaqaatti ol fudhatame. Available Formats Download as DOCX, PDF, TXT or read online on Scribd Download SaveSave Barumsa Tajaajilaa For Later Share 97%97% found this document useful, undefined 3%, undefined Print Embed Report 97%(30)97% found this document useful (30 votes) 52K 313 ERGAA YOHAANNIS 1 …………………………………………………………………………………. 3Ani dadhabii fi sodaan akkasumas hollannaa guddaadhaan gara keessan dhufe. Waa’ee ol fudhatamuu seenaa Luqaas dhiheesse gabaabaa dha. Harkuma isaatti du`a - du`a eelii fi maatiisaa fi du`a Yihudaa C.
vv1wvm
,
ireykm
,
aib8
,
kcczx
,
139v
,
kb91x
,
ak9ap
,
w2off
,
rtvk
,
j6jzx
,